OROMIFFA

Immigration Law Offices of Tewodros Dinsa, LLC

Baga gara Waajjira Seeraa Immigireeshinii Tewodroos Dinsaatti dhuftan


Waajjira Seeraa Tewodros Dinsa keessatti, tajaajila seera immigireeshinii U.S. bal’aa qulqullina, ogummaa, fi xiyyeeffannoo dhuunfaa ta’een kennuudhaaf of kennine. Hojiin keenya dhimmoota immigireeshinii bal’aa irratti kan xiyyeeffatu yoo ta’u, isaanis:


  • Family-Based Immigration /Godaansa Maatii Irratti Hundaa’e
  • Employment–Based Immigration /Immigireeshinii Hojii Irratti Hundaa’e
  • Asylum Application /Iyyata Koolugaltummaa
  • Green Card application /Adeemsa Kaardii Magariisaa


Akkasumas tajaajiloota immigireeshinii waliin walqabatan biroo Oromiffa akka dubbannu isinitti himuun boonna. Maamiltoota kutaalee biyyattii 50 hunda

keessatti tajaajilna


Beellama keessan amma qabadhaa, imala immigireeshinii keessan ofitti amanamummaadhaan akka qajeelchitan isin haa gargaarru.